Psalms 69:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa anini beela qabu had'aa na nyaachisani; gaafa anini d'eebu qabu waan kurooftu na obaasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nyaata kiyya hadhooftu'uun wolitti makan; dheebonnaan dhangaggaayaa naa kennan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka nyaadhuuf hadhaa naaf kennane; dheebuu tiyyaaf daadhii woyni'ii dhangaggoottuu naaf kennane.