Psalms 69:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri nama atini d'oofte madeesite gaargalche, nama atini woraantele gaargala isaa dubbata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra ati dhaante waan ari'aniif, worra ati madeessitetti rakkinna baay'eessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan worra ati dhaante ari'an; marroo farra worra ati madeessitee haasowan.