Psalms 69:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maqa worra kitaaba kanke ka jireenna keesaa balleesi, gumi tante keesale worra kuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Galmee jireennaa irraa haa haqaman; balchoota woliin hin laakkayamin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaan isaanii galmee worra jiraata'aa keessaa haqamuu ti; isaan worra balchoolee woliin hin galmeeffamin.