Psalms 69:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ya boha d'aqe ufi jibbaad'e, qarqaarsale d'abe, lubbuleeni ya na gogodde. Anini ya sii barbaada d'aqe, ilti na godde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyee dadhabe; kokkeen na goge; Waaqa kiyya uduu eegu ijji na dimimmifte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani iyyiisaan dadhabe; laagadaan na babbaqaqe; qarqaarsa Waaqaa eeggatiisaan ilti tiyya dadhadde.