Psalms 69:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini maqa Waaqaa sirba keesati faarse, galata isaa deebise, guddinna isale odeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaa Rabbii faaru'uun jajadha; galataan isa kabajja.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani faaru'uun maqaa Waaqaa hin leellisa; galatalle'een isa ulfeessa.