Psalms 69:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hiyyeesi, hojja waan kana argu, ingammada; nami Waaqa kad'atuleeni garaa jabaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiyyeeyyiin kana argan; hin gammadan; isin worri Rabbiin barbaaddan garaan keessan haa gammadu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri cunqurfame tana dhaggee hin gammada; isin worri Waaqa barbaaddanu gadhaan keessan jajjabaatuu ti;