Psalms 69:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi nama isaa ka gaaragala qabu d'agae, gumi isaa ta hid'aansa keesa jirtule inded'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi worra rakkatan waan dhagayuuf; banii ufii ka hidhaa keessa jirullee hin tuffatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa worra rakkata'aaf hin dhage'a; kolbaa ifii worra hidhameerulle hin tuffatu.