Psalms 69:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafafi gubbafi baariinifi wonti keesa jira ch'ufti, AABBO Waaqa faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Samiinii fi ardiin; galaannillee; wonti isaan keessa sosocho'u maruu isa haa galatoonfatanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ol-gubba'aa fi latti, abbaaya'aa fi wonni isii keessa munyuuqu marti isa leellisanuu ti.