Psalms 69:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nami d'aloota hojattu isaa lafa suni d'aala ammalle nami isa jaalatuleeni qubate achi taa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaan garboota isaa isii dhaalan; worri maqaa isaa jaalatan achi keessa jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoolleen tajaajiltoota isaa lafa san hin dhaalti; worri maqaa isaa jaalatulle lafa san keessa hin le'a.