Psalms 69:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami fayyuma tana na jibbu rifeensa mata kiyyale ira jira. Nyaapi kiyya d'ara tiyya dubbate, jabaate na ijeesu fed'a. Worri waan anini inhatiini irreeni naraa fuud'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri sababaa malee na jibban; rifeensa mataa kiyyaa irra baay'atan; worri jireenna kiyya balleessuu barbaadan; worri duwwamatti na jibba hin baay'atan; waan ani hin hanne deebisii fidi jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri sababa malee na jibbu, rifeensa mataa kiyyaa caalaa bacata; diinoti kiyya worri dharaan na himatu, ka na balleessiisaaf barbaadu heddu'u. Ani waan hin hatin ade'etti deebisuu qabaa ree?