Psalms 69:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa gudda, aka anini nama si d'ugeefatu inch'eersine, tahu na d'owi. Ee Waaqa Israeli, aka anini nama si kad'atu inch'eersine, tahu nu d'owi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Gooftaa'a! Waaqa duula maraa! worri si abdatan sababaa kiyyaaf hin saalfatin; Waaqa Israa'elii! worri jabeessanii si barbaadan; sababaa kiyyaaf haa salphatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa waan mara dande'u, worri si addatu, sababa kiyyaaf hin fokkifatin. Ee Waaqa Israa'elii, worri si barbaadu sababa kiyyaaf hin qaanowin.