Psalms 7:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa kiyya anini ya siti d'eed'e; na qarqaari, nama na reebu ch'ufa duraa na baasi,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waaqa kiyya! ati dawoo kiyya; namoota na ari'an maraa jalaa na baasi; na oolchi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa Waaqa kiyya, ani gara keeti baqadha; worra na ari'u jalaa na hamburii, na baasi!