Psalms 7:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi wonte tiyya, inni nama garaa dansaani isa gula deemu imbaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonteen kiyya Waaqa gudda'a; inni worra garaa qajeela'aa hin oolcha;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi wontee tiyya; inni worra gadhaa qajeela'aa hin fayyisa.