Psalms 7:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni woraana isaa ka woini ijeesu fuud'e, t'iya isaa ta woi gubdu abbira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni meeshaa nama ajjeesu isaanitti qopheeffata; buundheewwan akka ibiddaa mallisu isaanitti midhaaffata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni meya woraanaa ka ijjeesuu fi daaya ifii ka akka ibiddaa bobe'u hin qopheeffata.