Psalms 7:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilaala, aka ch'ubbichi waan hamtu tae garaa ufii keesati uumu. Inni waan hamtu malate kiyyiba gadi d'ala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hammeenna ciniinsifata'aaru badii ulfaayee soba daya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan hantuun hammeenna yaaddi; daba karoorfattee, dhara dubbatti.