Psalms 7:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini AABBO Waaqa, maro inni d'uga tolchufi galata deebise, AABBO Waaqa ka waan ch'ufa ira jiru, faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii waan balchummaa isaatiif galata dhiyeessa; maqaa Rabbii maraa olii faaru'uun jaja.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa balchummaa isaatiif, ani Mootii Waan Maraa hin galateessa; maqaa Mootii Waan Maraa Ol Aana'aatiif faaruu leellisaa hin faarsa.