Psalms 7:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka worri aka nyeench'a fuud'e nani deeme, fulla nami tokoleeni dandae dura na imbaamneti gargari na intatarsaamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo ta'uu baate garuu akka leencaa na kukkutan; bakka ka na oolchu hin jirretti na cicciran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo akkas hin te'in, addee nami na irraa buusu hin jirretti na geessanee akka neenqaa gargar na kukkutan.