Psalms 7:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, dallansu tanteetiini lafaa kai! Nyaapa kiyya, ka nati dallanu kana, kai balleesi; lafaa kai na qarqaari! Wonti atini nama iraa barbaaddu aka nami d'uga gula deemu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! Balaa keetiin ka'i; diintota lolaan natti ka'anitti ka'i; Waaqa kiyya dammaqi; ajaja dabarsi!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, aarii teetiin ka'i; worra mufi'iin na irratti ka'e irratti ka'i; naa dammaqii, muraa haqaa ajaji.