Psalms 7:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini Waaqa d'ugaati, ka herega keennafi garaa keenna laalu. Ch'ubbicha hameenna ira balleesi, nama waan dansa tolchuu nagaya kenni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa balchaa'a! ka yaada sammu'uutii fi garaa qortu, hammeenna worra hammeeyyi'ii balleessi; balchaa garuu jabeessi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa balcha'a, ka qalbi'ii fi gadhaa nama qorqortu, hammeenna worra hamaaleyyi'ii balleessi; worra balchoolee jabeessii dhaabi.