Psalms 70:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama na ijeesu fed'u ha dabsatani balleesaniti. Nama maro gaargala kiyyati gammadu, ha dudda duubati deebisani ch'eersaniiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri jireenna kiyya balleessuu barbaadan; haa saalfatanii; raafamni isaanitti haa dhufu. worri miidhama kiyya hawwan; salphatanii duubatti haa deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri na ijjeesiisaaf barbaadu, fokkifatee jaanjuruu ti; worri na miidhiisaaf halchu, salphatee gara duubaa deebi'uu ti.