Psalms 71:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'u Waaqi ya lafa isa buuse; koota, yaane isa qamna, nami isa baasu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan, «Rabbi isa dhiiseera; ka isa buusisiisullee waan hin jirreef hordofa'aa qabaa'a» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Waaqi isa lakkiseera; ka isa baasu hin jiru; ari'a'aatii qaba'a» jedhan.