Psalms 71:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, naraa imfagaatini; ee Waaqa kiyya, hurrisi kooti, na qarqaari!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! na irraa hin fagaatin; Waaqa kiyya! na gargaaru'uuf ariifadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, na irraa hin fagaatin; Ee Waaqa kiyya, na qarqaariisaaf ariifadhu.