Psalms 71:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini dansuma tante odeese, hojja ch'ufa waan baafama keeti dubbad'a, ato dandae waan isii hubachu baad'ele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Arrabni kiyya waan balchummaa keetii; guyyaa guutuu waan fayyummaa keetii dubbata; haga itti dhaabullee hin beeku.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laakkossa hujii balchummaa teetiitii fi fayyisiisa keetii haga wollaalulle, afaan kiyya guyyaa guutuu hin dubbata.