Psalms 71:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haguma ijoolluma tiyyaati asi, siumati na qarqaara, anini arrale waan dansa atini naa tolchite odeesumati jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! ati ijoollummaa kiyya irraa jalqabdee na barsiifte; anillee haga adhaa maalalee hujii keetii labsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, dargaggummaa tiyyaa jalqaddee, ati na barsiitteerta; ani haga ammaa hujii teeti ta maade'ee odeessa.