Psalms 71:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini amma ya jaare, rifeensi kiyyaleeni ch'ufti ya arrae, Ee Waaqa, na illakisiini! Hojja anini jabeenna kanke d'aloota ch'ufati odeesu naa wahelchi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! yoo jaaree arrii baasellee na hin dhiisin; irree kee dhaloota dhufuuf; hunna kee banii maayessa dhufu maraa haga ibsuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hunna teeti dhaloota dhufuuf, hujii teeti ta maade'ee worra dhufu'uu jiru maraaf, haga odeessutti ani dulloomee arrii baasulle, Ee Waaqa, na hin lakkisin.