Psalms 71:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, atini yayu waan mama tolchite, d'ugaani teetileeni guddo, gubbale ind'aqabdi. Nami aka keeti tokoleeni lafa keesa injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! balchummaan kee haga Samiiwwanii gaya; ati waan gugurdaa gooteerta; Waandhana! ka akka keetii eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, balchummaan teeti guddattee ol-gubbaa geetteerti; ati waan guddoo hujjeerta; ee Waaqa, ka akka keetii eennu?