Psalms 71:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan d'uga teeti guyya ch'ufa dubbad'a, wonti akanatiifi jara na balleesuu fed'u kaani yayu dabsatani ch'eersani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Arranbi kiyya waan balchummaa keetii; guyyaa guutuu odeessa; worri miidhama kiyya barbaadan; mullaniiran; salphataniiranille'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri na miidhiisaaf barbaadu, fokkifatee waan salphateef, arrabi kiyya guyyaa guutuu balchummaa teeti dubbata.