Psalms 71:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Siida anini iti baqad'uufi fulla jabdu na baaftu naa tahi; atini siida kiyya ka anini iti baqad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka hennaa maraa itti dhokadhu; goda irko'oo naa ta'i; ati godaa fi kushee kiyya waan taateef. ajanyi kee na oolchu'uuf haa bayuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati rassaa kiyya ka ani itti baqadhu, ka ani yennaa mara itti dhokadhu naa te'i; ati rassaa kiyyaa fi kushee jadduu tiyya waan teeteef, na hamburiisaaf, ajaja baatteerta.