Psalms 71:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa kiyya, harka worra ch'ubbuu, ka naasu inqamne, ka hameenna gula yau, keesaa na baasi,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa kiyya! harka hamaa jalaa; ganaa dhartichaatii fi gar jabeessaa jalaa na baasi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, harka worra hamaaleyyi'ii, harka worra hantuu hujuutii fi harka worra gadhi-jabeeyyi'ii keessaa na baasi.