Psalms 71:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, anini si abdad'a. haguma d'aloota kiyyati siuma d'ugeefad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! Gooftaa'a! ati abdii kiyya; ati ijoollummaa kiyya irraa jalqabee hedoo kiyya waan taateef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Gootta'a, Mootii Waan Maraa, ati addii tiyya waan teeteef, dargaggummaa tiyyaa jalqaddee ka ani itti addadhu.