Psalms 71:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini haguma d'alad'e si d'aabad'e; haguma d'aloota kiyyati asi atini ya na qorqorate, tanaafi anini guyya ch'ufa si faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Urga dhaladhe irraa jalqabee sitti irkadhe; ka gadaamessa haadha tiyyaa keessaa na baase si'i; Ati naaf galata hennaa maraati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaa haadha tiyyaa keessaa akka dhaladhu sittuu godhe; dhaloota kiyyaa jalqabee sitti irkadheera; ani yennaa mara si leellisa.