Psalms 71:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya ch'ufa anini si faarse, guddinna kanke odeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa maraa akka ulfinna kee odeessu; afaan kiyya galataan guuttameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa guutuu leellisii fi ulfinni keeti afaan kiyya guuteera.