Psalms 71:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini amma ya jaare, na illakisiini; anini amma ya irre d'abe, lafa na imbuusini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara jaarruma kiyyaatitti na hin gatin; hennaa hunni kiyya dhumatellee na hin dhiisin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ani dulloometti na hin gatin; yennaa ani jabeenna kiyya dhabetti na hin lakkisin.