Psalms 72:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni hiyyeesa isa yaamatufi nama qarqaarsa inqamne, ka nami d'ibiini lakise, baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa rakkataan iyye; yataama'aa fi ka gargaarsa hin qabe hin oolcha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni worra hiyyeeyyii gara isaa iyyu, worra rakkataa nama qarqaaru hin qanne hin baasa.