Psalms 72:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama hiyyeesa laafa woma inqamnnee nahe, gaargala keesaa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiyyeeyyi'ii fi worra rakkatee garaa laafa; worra yataamaa du'a oolcha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni worra dadhaba'aa fi hiyyeeyyi'iif gadhaa laafa; jiruu worra rakkata'aalle hin hambura.