Psalms 72:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni harka nama worra d'aane dabsu keesaa baase, lubbu worrale jabeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jiruu isaanii cunqursa'aa fi daba jalaa oolcha; dhiinni isaanii isa afo'otti kabajjama'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhiigi isaanii isa duratti gatii-qabeessa waan te'eef, inni cunqurfamiisaa fi hunnaan irratti ka'iisa irraa, lubbuu isaanii hin woda.