Psalms 72:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbuuni hayyu ha d'eeratuti! Worqi lafa Arafti ha isaa kennaniti; hojja ch'ufa ha Waaqa isaa kad'atani, inni eeba Waaqale ha argatuti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Umuriin isaa haa dheeratu; Saabaa irraa worqiin haa dhufuuf; hennaa maraa isaa haa kadhatan; guyyaa guutuu isa haa eebbisan!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi bara dheeraa le'uu ti; worqiin biyya Sheeba'aa isaaf kennantuu ti; kolbaan yennaa mara isaaf daadimattuu ti; guyyaa guutuu isa eebbittuu ti.