Psalms 72:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aani ha bahani lafa ira dabraniti; mid'aani sunini ha kubilee ch'ufa ira guutani, mid'aani Lebanoni fakaataniti. Akuma buuyooni lafa guutte dirale ha nami keesa guututi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Midhaan lafa irratti haa baay'atu; sammuu gaarranii irratti haa daddaaqu; daraaraan isaa Libaanosii haa unkuruuru; ka qachaa keessa jirullee akka marga raasa'aa tuuttayee haa bayu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa san keessa midhaan bacatuu ti; koobota gubba'atti latuu ti; midhaan inni buusulle akka midhaan Libaanonii misuu ti; Kolbaan qachaa keessaa, akka marra diida keessaa bacattuu ti.