Psalms 72:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maqaani hayyu haga jiru imbadiini; guuri isaa haga aduuni jirtu ha jiraatuuti. Gochiti ch'ufti ha isa faarsite, Waaqa kad'ate, Nu eebisi jettuti, worri hayyule ha eebisuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaan isaa baraa haga bara baraa jabaatee haa jiraatu; gurri isaa haga bara aduun jiraattuu haa dheeratu; baniin maruu isaan haa eebbifamanii; baniin maruu ati eebbifama'a haa jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaan isaa haga bara baraa jabaatee le'uu ti; gurri isaa haga bara aduun jirtu mara jiraatuu ti. Gosi biyya adda addaa marti isaan eebbifantuu ti; Isaan, «Inni eebbifama'a» jedhanee isa waamanuu ti.