Psalms 72:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maqa isaa dansa haga jiru jireenna ha faarsani! Guddinni isaa ha lafa ch'ufa guututi. Amini! Amini!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaan isaa kabajjamaan bara haga bara baraa haa galatoomu! ardiin maruu ulfinna isaatiin haa guuttamtu; Amiin! Amiin!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaan isaa ulfaataan haga bara baraa leellifamuu ti; biyyi lafaa duudiin ulfinna isaatiin guutantuu ti. Ameen! Ameen!