Psalms 72:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaareeni ha waan nami horatu baaftu kubileeni ha d'ugaani namaa d'uftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaarran durummaa'a; tulloonni daraaraa balchumma'aa bani'ii fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaaroti nageya, koobotille balchummaa hin kennan.