Psalms 72:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi ha hiyyeesa d'uga gula qore nama woma inqamne qarqaare, nama nama dabsule balleesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii rakkatee hin tamaaggata; ijoollee hiyyeeyyi'ii hin oolcha; cunqursaallee hin butucha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi odduu kolba'aatitti worra cunqurfameef hin falmata; inni ijoollee worra hiyyeeyyi'ii hin baasa; cunqursitoota hin butucha.