Psalms 72:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga inni jiru d'ugaani ha jiraatu, haga lafti ifsa jiaa qabdu nami ha woi horatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara isaatitti balchummaan hin bu'a; haga addeessi hule'ee dhabamtutti nageenni hin baay'ata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara isaatitti balchaan hin daraara; haga ji'i ifa kennu mara, nageenni hin bacata.