Psalms 72:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ha muumme baariini ch'ufaati d'aabe lafa mohatuti, haga galaana Efratifi muumme lafale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Galaanaa haga galaanaatitti; laga guddaa irraa haga daangaa lafaa bulcha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni abbaayaa irraa haga abbaaya'aatitti, laga Efraaxiisii irraa haga qaccee lafaatitti bulchuu ti.