Psalms 73:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani gumiini Waaqaleeni worrati gargalte, garaa tokooni waan worri jed'e d'ugeefate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf baniin gara isaanii hurrisa; bisaan isaaniillee hagaa ol dhugan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, kolbaan Waaqaa gara isaanii deebitee, waan isaan jedhanu mara fudhatti.