Psalms 73:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'u, Waaqi akami waan kana beekha? Waaqi guddayaani gubbaa jiru waan kana imbeekha?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Sirima Rabbi attamitti beeka? Inni maraa olii beekkumsa qabaa?» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Waaqi attam beekuu dande'a? Waaqi Ol-Aanaan beekkumsa qabaa?» jedhan.