Psalms 73:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aki worri ch'ubbu jiru akana. Worri guyya ch'ufa quufeti woi horata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa hammeeyyiin kana fakkaatan; hennaa maraa worra hajaa hin qabnee fi dureeyyi'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hamaan akkas jiran; yennaa mara qanannumma'aan le'aa, durummaa ede'atan.