Psalms 73:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba anini ufuma waan hamtu tolchu dide qulqulloomaani taa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Adaa ani akkanumaan garaa kiyya qulqulleeffadhe; adaa ani duwwamaaf gara laafumma'aan harka kiyya dhiqadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaa kiyya qulqulleeffachuun, yakkaa hujiisa irraa ifi eeggachuun kiyya tolumaa ree?