Psalms 73:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini sila waan kana jed'e, anini nama gumi te keesa jiru infaakad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu ani «akkana dubbadha» jedhee jiraadhee; silaa fiixaa ijoollee teetii hin gana ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani adoo, «Akkuma isaanii hin dubbadha» jedhee jiraadhee, kolbaa teeti dabarsee kenneeraayyu.