Psalms 73:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini tae waan kana herege hubachu dad'abe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa waan kana hubachu'uuf yaale; hujii dadhabsiisaa natti fakkaate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yennaa waan kana hubatiisaaf itti yaade ammoo, akka malee rakkisaa natti teete.